Mata Duree

CAFFEE - (Adoolessa 13,2014): Koreewwan Dhaabbii Caffee hordoffiifi to'annoo bara 2014 keessatti taasisaa turan irratti yaada dhiyeessan.

 
__//__
Gabaasa Raawwii Hojiiwwan Bara 2014 Pireezidaantii MNO Kab. Obbo Shimallis Abdiisaan dhiyaate ilaalchisee, hordoffiifi to'annoo taasisaa turan irratti hundaa'uun yaada Koreewwan Dhaabbii waliigalaan kan dhiyeessan Dura Taa'aa Koree Dhaabbii Dhimma Misooma Magaalaa Kab. Obbo Abdulqaadir Huseen, hanqinaalee, ciminaaleefi dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadu jedhanii adda bahan yaaโ€™ii kanaaf dhiyeessaniiru.
Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf:
Facebook: https://t.me/CaffeeOromia?fbclid=IwAR23M-uP3zLc5fy8aquafFhzbB3LRKtzJBxDh2InMUGs_DNXYgDQuq37xQg" target="_blank" rel="nofollow noopener" class="oajrlxb2 g5ia77u1 qu0x051f esr5mh6w e9989ue4 r7d6kgcz rq0escxv nhd2j8a9 nc684nl6 p7hjln8o kvgmc6g5 cxmmr5t8 oygrvhab hcukyx3x jb3vyjys rz4wbd8a qt6c0cv9 a8nywdso i1ao9s8h esuyzwwr f1sip0of lzcic4wl gpro0wi8 py34i1dx" style="color: var(--blue-link); cursor: pointer; text-decoration: none; outline: none; list-style: none; border-width: 0px; border-style: initial; border-color: initial; padding: 0px; margin: 0px; touch-action: manipulation; background-color: transparent; text-align: inherit; display: inline; -webkit-tap-highlight-color: transparent; box-sizing: border-box; font-family: inherit;" tabindex="0" role="link">Https://t.me/CaffeeOromia
Nu Hordofaa!
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

๐“๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐’๐š๐›๐๐š๐ง๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ…

  // CAFFEE - (Fulbaana 10,2015): Guyyaa Saboota Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa 17ffaa bara kana sadarkaa Naannoofi biyyaatti kabajamu ilaalchisee koreen kabaja ayyaanichaa sadarkaa naannootti hundaaโ€™e karoora kaโ€™uumsaa qophaaโ€™e irratti mariโ€™ate. แˆ•แ‰ฅแˆจ-แ‰ฅแˆ”แˆซแ‹Š แŠ แŠ•แ‹ตแŠแ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ“ แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆ›แˆ›แ‰ฝแŠแ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ•...

Gutuu isaa Dubbisuuf

๐Š๐จ๐ค๐š๐ฌ๐ข๐ข ๐ƒ๐ฎ๐›๐š๐ซ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Œ…

  ***** CAFFEE - (Fulbaana 13,2015): Kokasiin Dubartoota Miseensota Caffee, miseensonni kokasichaa itti gaafatamummaa dachaa qaban gahumsaan akka bahataniifi hirmaannaa Caffee keessatti qaban dabaluuf dandeettii isaanii cimsuufi gahoomsuu irratti xiyyeeffatee hojjata. Koreen Hoji...

Gutuu isaa Dubbisuuf

๐‘ฉ๐’Š๐’“๐’Ž๐’‚๐’…๐’–๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’‚ ๐’ƒ๐’Š๐’š๐’š๐’‚๐’‚ ๐’Œ…

*** CAFFEE - (Fulbaana 12,2015): Hojjettoonni Waajjira Caffee Oromiyaa marii haala yeroo irratti taasisaniin, Raayyaa Ittisaa keenya bira dhaabbachuun aantummaa qabnu kan itti mirkaneessinuufi deeggarsa nurraa eegamu taasisuun qooda keenyas ni...

Gutuu isaa Dubbisuuf

๐‘พ๐’‚๐’๐’•๐’‚๐’‹๐’‹๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ด๐’‚๐’“๐’Š๐’Š ๐‘ฉ๐’Š๐’š…

***** ๐—–๐—”๐—™๐—™๐—˜๐—˜ - (๐—™๐˜‚๐—น๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐Ÿด,๐Ÿฎ๐Ÿฌ๐Ÿญ๐Ÿฑ): Waltajjii kana irratti Af-Yaaโ€™onni Naannolee hundaa, Af-Yaaโ€™onni Bulchiinsota Magaalaafi Miseensonni Mana Maree bakka buโ€™oota uummataa hirmaatanii jiru. Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf: Weebsaayitii: www.caffeeoromiyaa.org Facebook: https://t.me/CaffeeOromia?fbclid=IwAR3Dt6pNar8tkdnp0lXBYmLf-OT1mkUNTf9Xky4IvcWKvSuGBUDXPii3s4g" target="_blank" rel="nofollow noopener" class="qi72231t nu7423ey...

Gutuu isaa Dubbisuuf

๐——๐—ฎ๐—ฎ'๐—ถ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ป ๐—”๐—ฏ๐—ฑ๐—ถ๐—ถ ๐—•๐—ผ๐—ฟ๐˜‚…

  __//__ CAFFEE - (Fulbaana 07,2014):Waajjirri Caffee Oromiyaa, Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti daa'immaan harka qalleeyyii maatii hin qabne 27f deeggarsa meeshaalee barnootaafi maallaqaa taasise. Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf: Weebsaayitii: www.caffeeoromiyaa.org Facebook: https://t.me/CaffeeOromia?fbclid=IwAR3fTQlGeQxqukZbDWF-5cXPB-NkBm2j4SEW8Npx9cdH-vt31lYPHEUWgxA" target="_blank" rel="nofollow noopener" class="qi72231t...

Gutuu isaa Dubbisuuf

๐‘ช๐‘จ๐‘ญ๐‘ญ๐‘ฌ๐‘ฌ โ€“ (๐‘ญ๐’–๐’๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’๐’‚ 0…

  __//__ Gumiin Calaltuu Heeraa Labsii Lak. 168/2003n hundaaโ€™ee, gaaffii ๐—›๐—ถ๐—ถ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ ๐—›๐—ฒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ dhiyaatuuf buโ€™uura godhachuun dhimmoota Heerichaa falmiisiisaa taโ€™an calaluun ๐—ž๐—ผ๐—บ๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐—›๐—ถ๐—ถ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ ๐—›๐—ฒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ yaada murtee kennaa kan ture taโ€™uu Walitti Qabaan...

Gutuu isaa Dubbisuuf

ODUU HAARAA

CAFFEEย HEAD OFFICE ADDRESS

ย ย  ย ย strFINFINNE AROUND SAR BET ย INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

ย  ย ย ย ย  ย CALL US: ย Tel: ย +251-113-72-62-18timer

ย  ย ย  ย  ย  ย  ย  ย  Fax: +251-113- 71-48-04 ย 

ย  ย  ย  ย  ย  ย  ย  ย  ย  ย  ย  ย  ย  ย  ย P.O. Box:21383 - 1000