Mata Duree

CAFFEE - (Waxabajjii 08,2014): Caffeen Oromiyaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti argamuun muuxannoo hojii qooddate.

 
__//__
Jila I/G/Waajjira Caffee Oromiyaa Kab. Obbo Indaashaw Birhaanuu, Dura Taa'ota Koreewwan Dhaabbii Caffeefi Daarikteerota of keessaa qabuun 'ANAA DHUFU' kan jedhan Afyaa'ii I/Aantuu Mana Marichaa Kab. Aadde Loomii Badhooti.
Jilli kun, Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti argamuun gurmaa'ina mana marichaa, hojiiwwan seera tumuu, bakka bu'ummaa ummataa, hordoffiifi to'annoofi kkf irratti muuxannoo hojii qooddate.
May be an image of 1 person, sitting and standingMay be an image of 6 people and people sittingMay be an image of 8 people, people sitting and people standing
May be an image of 10 people, people sitting, people standing and indoor
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Seeronni bara kana ragga’an duudhaa Oromoo giddu gala kan godhatan yoo ya’u, Labsiin Buusaa Gonofaa - aadaa walgargaarsa Oromoon Sirna Gadaan itti fayyadamaa ture deebisanii dhaabuuf, dagaagsuufi bu’uura dhalootaa taasisuuf...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Argannoolee Odiitii herreega baroota dabranii maallaqaan akka deebi’uuf yaanni itti kennamee ture kan akka kaffaltii caalmaa, baasii seeraan alaa, kuufama herreega galii gibiraa, taaksiifi galii hir’inaan sassaabame ilaalchisee manneen hojii...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Gosoonni odiitii bara kana gaggeeffamaa turan, raawwii odiitii faayinaansiifi seera qabeessummaa, odiitii intiriimii, odiitii addaa, odiitii raawwiifi odiitii naannooti. Bara 2013 hordoffii argannoowwan odiitii gabaafaman irratti tarkaanfii fudhachuu isaanii mirkaneessuuf karoorfame...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

CAFFEE – (Adoolessa 14,2014): Manneen Murtii Aadaa hundeessine yeroo gabaabaatti bu’aa olaanaa kan buusan yoo ta’u, galteewwan nuuf kennaman ammoo fudhannee irratti hojjanna kan jedhan Pireezidaantii I/Aanaa MMWO Kab. Obbo...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Kaayyoon hundeeffama Mana Murtii Aadaa ummanni keenya seera aadaafi duudhaa bu’uureffachuun wal diddaa akka hiikkatu taasisuu, kenna haqaa seera aadaa irratti hundaa’e, dhugaafi haqa baasuun hariiroo hawaasummaa waldhabdootaa cimsuu danda’u...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  __//__ Qulqullina tajaajila abbaa seerummaa fooyyessuuf, loogiirraa bilisa, fayyaalummaa, gahumsi ogummaa, qabiinsa maamilaafi dhimmoota walfakkaatan irratti murtii walfaakkaataan kennuun qulqullina hojii keenyaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjechaa turuu isaanii gabaasa Caffeef dhiyeessan...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000