Mata Duree

CAFFEE- (Caamsaa 20,2014): Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Baale Bahaa Aanaa Sawweenaatti raawwii piroojeektiiwwanii daawwate.

 
__//__
Caffee Oromiyaatti, Dura Teessuu Koree Dhaabbii Dhimma Baajataafi To’annoo Horataalee Mootummaa Kab. Aadde Mastaawot Fayyisaan kan durfamu garichi, aanichatti giddu gala badhaadhina dargaggootaa bara 2006 ijaarsi jalqabee osoo hin xumuuramiin hafe, piroojeektii mooraa gurgurtaa loonii baajata naannoon bara 2006 jalqabee osoo hin xumuuramiin hafe, piroojeektii jallisii Laga Dhakaat bara 2004 ijaarsi isaa jalqabe hanga ammaatti osoo hin xumuuramiin jiru marii hawaasa waliin taasisan irratti eeruu hawaasni kenneen daawwataniiru.
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Seeronni bara kana ragga’an duudhaa Oromoo giddu gala kan godhatan yoo ya’u, Labsiin Buusaa Gonofaa - aadaa walgargaarsa Oromoon Sirna Gadaan itti fayyadamaa ture deebisanii dhaabuuf, dagaagsuufi bu’uura dhalootaa taasisuuf...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Argannoolee Odiitii herreega baroota dabranii maallaqaan akka deebi’uuf yaanni itti kennamee ture kan akka kaffaltii caalmaa, baasii seeraan alaa, kuufama herreega galii gibiraa, taaksiifi galii hir’inaan sassaabame ilaalchisee manneen hojii...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Gosoonni odiitii bara kana gaggeeffamaa turan, raawwii odiitii faayinaansiifi seera qabeessummaa, odiitii intiriimii, odiitii addaa, odiitii raawwiifi odiitii naannooti. Bara 2013 hordoffii argannoowwan odiitii gabaafaman irratti tarkaanfii fudhachuu isaanii mirkaneessuuf karoorfame...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

CAFFEE – (Adoolessa 14,2014): Manneen Murtii Aadaa hundeessine yeroo gabaabaatti bu’aa olaanaa kan buusan yoo ta’u, galteewwan nuuf kennaman ammoo fudhannee irratti hojjanna kan jedhan Pireezidaantii I/Aanaa MMWO Kab. Obbo...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  // Kaayyoon hundeeffama Mana Murtii Aadaa ummanni keenya seera aadaafi duudhaa bu’uureffachuun wal diddaa akka hiikkatu taasisuu, kenna haqaa seera aadaa irratti hundaa’e, dhugaafi haqa baasuun hariiroo hawaasummaa waldhabdootaa cimsuu danda’u...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Adoolessa …

  __//__ Qulqullina tajaajila abbaa seerummaa fooyyessuuf, loogiirraa bilisa, fayyaalummaa, gahumsi ogummaa, qabiinsa maamilaafi dhimmoota walfakkaatan irratti murtii walfaakkaataan kennuun qulqullina hojii keenyaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjechaa turuu isaanii gabaasa Caffeef dhiyeessan...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000