Mata Duree

CAFFEE – (Onk. 12/2014): Leenjiin Guyyoota sadiif Miseensota Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaaf Mata Dureewwan Adda Addaa Irratti Magaala Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti Kennamaa Ture Xumurame.

 
Leenjiin kennamaa ture milkaa'ina hojii keenyaaf galteedha malee galma kan jedhan Aadde Sa'aadaan, miira itti gaafatamummaa guddaan hojiitti galuun yeroo kamiyyuu caalaa ummata keenyaaf hojjechuutu nurraa eegama jedhan.
Ciminaaleefi hanqinaalee kanaan dura raawwii hojii keessatti mul'atan ilaalchisee kallattii hojii akeekan keessattis, ciminaalee jiran daran jajjabeessuun bu'aa olaanaaf hojjechuuf kutannoo kan gaafatu yommuu ta'u, hanqinaalee jiran hundeerraa maqsuun hojiilee mummeyyii Caffichaaf kennaman bu'uura seeraan hojjechuun fayyadamummaa ummata keenyaa gama dinagdee, hawaasummaafi siyaasaan mirkaneessuu qabna jedhan Aadde Sa'adaan.
Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf:
Nu Hordofaa!
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

CAFFEE – (Waxabajjii…

CAFFEE – (Waxabajjii 16/2014): Caffeen Oromiyaa, Manneen Maree Ummataa sadarkaan jiran cimsuuf xiyyeeffannoo addaan hojjata kan jedhan Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’adaa Abdurahmaani.

  __//__ Caffeen Oromiyaa, Afyaa’ota Manneen Maree Aanaaleefi Magaalota Oromiyaa waliin gamaaggama Raawwii Hojii Bara 2014 Magaalaa Adaamaatti gaggeessaa jiru irratti kan argaman Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa’adaa Abdurahmaan, barri 2014...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Waxabajjii…

  __//__ Hawaasa nagaan jiraatu irratti murni shororkeessaa ABO-Shanee ajjeechaa gara jabinaa raawwateen, Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii Ganda Toleetti lubbuu lammiilee nagaa darbeefi qabeenyaa manca'eef; Caffeen Mootummaa Naannoo Oromiyaa, gocha lammiilee nagaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Waxabajjii…

  __//__ Argannoon Odiitii Keessaa Biiroo Maallaqa Oromiyaafi Odiitiin Waliigalaa Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaatiin gaggeeffamaa ture hooggansi manneen hojii lamaanii walduraa duubaan bu'aa argannoo odiitii isaanii gabaasa dhiyeessaniiru. Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Waxabajjii…

  __//__ Argannoon Odiitii Keessaa Biiroo Maallaqa Oromiyaafi Odiitiin Waliigalaa Mana Hojii Odiitara Muummicha Oromiyaatiin gaggeeffamaa ture hooggansi manneen hojii lamaanii walduraa duubaan bu'aa argannoo odiitii isaanii gabaasa dhiyeessaniiru. Hoogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Waxabajjii…

  __//__ Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Jilli Koree Dhaabbii Dhimmoota Seeraa, Haqaafi Demokiraasii tarkaanfii mootummaan naannichaa seera kabachiisuuf fudhachaa jiru ilaalchisee Godinaalee, Aanaaleefi Magaalota muraasa keessatti daawwannaa qaamaa taasisu sababeeffachuun Waajjira...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Waxabajjii…

CAFFEE - (Waxabajjii 08,2014): Caffeen Oromiyaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti argamuun muuxannoo hojii qooddate.

  __//__ Jila I/G/Waajjira Caffee Oromiyaa Kab. Obbo Indaashaw Birhaanuu, Dura Taa'ota Koreewwan Dhaabbii Caffeefi Daarikteerota of keessaa qabuun 'ANAA DHUFU' kan jedhan Afyaa'ii I/Aantuu Mana Marichaa Kab. Aadde Loomii Badhooti. Jilli kun...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000