CAFFEE - (Caamsaa 02,2014): Piroojeektiin Hidha Laga Abbayyaa mallattoo tokkummaafi galma badhaadhina biyyaa waan ta'eef tumsa nurraa eegamu taasisuun xumuuruu qabna jedhan Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'adaa Abdurahmaan



. __//__ Waltajjii Marii Deeggarsa Hidha Haaromsaa Guddichaaf taasifamu irratti hoggansiifi hojjettoonni Waajjira Caffee Oromiyaa sadarkaa Piroojeektichi irra jiru irratti marii taasisuun deeggarsa Qarshii kuma dhibba 560 ol ta'u arjoomaafi boondii bitachuuf...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Ogeessota seeraa 222 Marsaa 15ffaaf Inistitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa leenjisaa ture har'aa Magaalaa Adaamaatti eebbise. Sirna eebbaa kana irratti keessummaa kabajaa ta’uun kan argaman Afyaa’iin Caffee Oromiyaa haasawaa taasisaniin, dhimmi...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Jiddugalli kun Fulbaana Bara 2013 Korporeeshinii Ijaarsa Oromiyaan hojiinsaa kan eegaleefi yeroo sanatti baatiiwwan 18 keessatti ni xumuurama jedhamee kan karoorfame ta'us, hanga ammaatti hojiin fiizikaalaa %50 irra gahee kan...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Marii dargaggootaa mata duree "Hirmaannaa Dargaggootaa Malee Biyya Gama Hundaan Milkoofte Ijaaruun Hin Danda'amu" jedhuun Godina Harargee Lixaatti dargaggoota Aanaaleefi bulchiinsa magaalotaa godinichaarraa walitti dhufan 1500 ol hirmaachise Magaalaa Cirootti...
Gutuu isaa Dubbisuuf__//__ Korichi, Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa kallattii Caffeen ka'een korichaaf gabaasa yeroon waan hin dhiyeessineef korichi osoo hin gamaaggamiin akka deebi'uuf taasiseera. Gabaasa raawwii hojii Biiroo Qonnaa, Biiroo Bishaaniifi Inarjii, Biiroo...
Gutuu isaa DubbisuufOffice Opening hour
Monday - Friday: Morning: 08:30am - 12:30 pm Afternoon: 01:30 pm - 05:30 pm
CALL US: Tel: +251-113-72-62-18
Fax: +251-113- 71-48-04
P.O. Box:21383 - 1000