Mata Duree

Wixineewwan Labsii mariif dhiyaatan Bara 2013

CAFFEE - (Guraandhala 10,2013): Wixineewwan Labsii afur (4) armaan gaditti eeraman irratti yaada keessan qindeessuun hanga Guraandhala 15 Bara 2013tti akka nuun geessan isin beeksifna.
//
Caffeen Oromiyaa Qulqullina Seerotaa eegsisuun fedhiifi faayidaa ummata bakka isa buufatee mirkaneessuuf hojjeta. Bu’uuruma kanaan, Wixineewwan Labsii afur (4) gaditti eerame irratti yaada ogummaa qabdan akka nuuf qooddan gaafanna.
 
 
 
 
 
Guutummaa wixinichaa karaa toora ‘telegram channel’ Https://t.me/CaffeeOromia fi weebsaayitii www.caffeeoromiyaa.org kan argattan ta'uu ibsaa, duubdeebii keessan karaa marsariitii armaan gaditti ibsameen qindeessuun hanga Guraandhala 15 Bara 2013tti nuun gahuu dandeessu. Liinkii armaan gadii cuqaasaa!
Deebii keessaan karaa 
Https://t.me/CaffeeOromia
This email address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view it. 
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Prev Next

Muudama Itti gaafata…

Muudama Itti gaafatamaa WCO

CAFFEE - (Fulbaana 15,2014): Caffeen Oromiyaa, Obbo Indaashaw Birhaanuu I/G/Waajjira Caffee ta'anii akka tajaajilaniif muudama dhiyaate raggaaseera. Odeeffannoo Dabalataa Argachuuf: Teelegraama: Https://t.me/CaffeeOromia    

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - Afyaa'iin I…

__//__ Koree Dhaabbii Dhimma Misooma Baadiyyaa 1. Obbo Diriirsaa Waaqumaa - Walitti Qabaa Koree 2. Aadde Caaltuu Tufaa - I/A/Koree Misooma Baadiyyaa 3. Aadde Addis Mitikkuu -Miseensa Koree 4. Obbo Ahimad Abdulqaadiir .. Miseensa Koree 5...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - Afyaa'iin I…

__//__ Koree Dhaabbii Dhimma Misooma Baadiyyaa 1. Obbo Diriirsaa Waaqumaa - Walitti Qabaa Koree 2. Aadde Caaltuu Tufaa - I/A/Koree Misooma Baadiyyaa 3. Aadde Addis Mitikkuu -Miseensa Koree 4. Obbo Ahimad Abdulqaadiir .. Miseensa Koree 5...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE - (Fulbaana 1…

__//__ 1. Obbo Awwal Abdii Abdoo - I/A/Pireezidaantii MNO 2. Obbo Fiqaaduu Tasammaa - Caffeetti Bakka Bu'aa Mootummaa 3. Dr. Girmaa Amantee - Sad. I/A/Pir. Qind. Kil. Horataalee Moot. 4. Aadde Maskaram Dabbabaa -...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE – (Fulbaana 1…

  Caffeen kabajamaan kun guyyaa har’aa Af-Yaa’ii Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’ee akkan tajaajilu ergama naa kennuusaatiif ummata Oromoo aadaafi seenaa boonsaa qabu kanaafi sabaafi sablammoota naannoo keenya keessa jiraatan biroo...

Gutuu isaa Dubbisuuf

Caffeen Muudama Afya…

Caffeen Muudama Afyaa'ii haraa taasisee

CAFFEE - (Fulbaana 15,2014): Caffeen Oromiyaa, Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan Afyaa'ii Caffee Oromiyaa ta'anii Caffee Bara Hojii 6ffaa akka gaggeessaniif filateera. Itti aansuunis, Obbo Eeliyaas Ummataa I/A/Afyaa'ii Caffee Bara Hojii 6ffaa ta'uun...

Gutuu isaa Dubbisuuf

CAFFEE HEAD OFFICE ADDRESS

     strFINFINNE AROUND SAR BET  INFRONT OF OROMIA BUREAUS

       Office Opening hour

    str  Monday - Friday:            Morning:  08:30am - 12:30 pm       Afternoon:  01:30 pm -  05:30 pm

        CALL US:  Tel:  +251-113-72-62-18timer

               Fax: +251-113- 71-48-04  

                             P.O. Box:21383 - 1000